Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“Waggoota Jahan Darbanitti Hojiin Tajaajila Lammummaa Birrii  biiliyoona 600 olitti tilmaamamu hojjetame”-BKO

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 13,2017-Aadaa fi duudhaa uummanni Oromoo sirna Gadaa isaatiin gabbifatetti fayyadamuun ummanni naannichaa yeroo, humna, beekumsa, ogummaa fi qabeenya qabuun naannoo...

Guyyoota kudhan dhufanitti bakkeewwan qonna Arfaasaan beekaman rooba xiqqaa amma guddaatti ni argatu

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 12,2017- Guyyoota kudhan dhufanitti sululoonni Arfaasaan misooman rooba xiqqaa amma guddaatti ni argatu jedhe, Inistiitiyuutiin Meetirooloojii Itiyoophiyaa. Haalli kun...

‘Mootummaan kenna tajaajilaa fooyyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira-‘MM Dr Abiyyi Ahimad

‘OBN Cyber Media’Bitootessa 11,2017- Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad, gaaffilee kenna tajaajilaan walqabatee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif deebii kennaniin, mootummaan kenna...

Qaala’insi gatii harka 15’tti gadi bu’eera Dr. Abiyyi Ahimad

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 11, 2017- Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad, gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka'aniif deebii kennaniin, qaala'insi gatii bara...

‘Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argataniiru’- Dr.Abiyyi Ahimad.

Ji’oota 8 darban lammiileen miliyoona 3 carraa hojii argachuu, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad himan. Kana keessatti dameewwan qonnaa, indaastiriifi tajaajilaa gunmaacha olaanaa qabaachuu ibsan,...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img