Home Oduu Aanaalee Godina Wallagga Bahaa garaa garaatti miseensonni WBO galan simataman

Aanaalee Godina Wallagga Bahaa garaa garaatti miseensonni WBO galan simataman

0

‘OBN Cyber Media’ Sadaasa 30,2017-Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO gidduutti walii galtee araaraa raawwatame hordofee Aanaalee Godina Wallagga Bahaa kanneen akka Waamaa Haagaloo,Sibuu Sireefi Eebantuutti Miseensonni WBO galaa jiraachuu ibsameera.

Miseensonni kunneen wiirtuu qophaa’efitti gala akka jiraniif hawaasni simachuu Odeeffanneen BKMNO irraa arganne ni mul’isa.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version