0

Pirezidaatiin Ameerikaa haaraan Tiraampi, har’a ifaan kakuu raawwachuun Waayit Haawus galu.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 12,2017-Filannoo Pirezidaantummaa Ameerikaa Sadaasa darbe filatameen kan injifatan Doonaald Tiraamp, har’a sirnaan Pirezidaantii Ameerikaa ta’uun muudamu.

Tiraampi waggoota afuriif Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun gara Waayit Haawusitti ni deebi’u. Pirezidaantichi dhaddacha lama, himannaa yakkaa hedduu, yaaliin ajjeechaa lamaafi dhiibbaa hedduu keessa darbuun injifannoo pirezidaantummaa bara 2020 argatanitti deebi’uu danda’aniru. Sirni Masaraa galuu isaanii galgalaa har’aa irraa eegalee kan gaggeeffamu taha jedhameera.CCN odeeffanne.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version