“TPLF gaaffii Hulaa Galaanaa danquuf ajandaa uumaa jira” Jeneraal Baacaa Dabalee.

Date:

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 23,2018

TPLF hundeeffama mootummaa danquun nagaafi tasgabbii biyyaa booressuuf hojjechaa jira jedhan, Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa, Jeneraal Baacaa Dabalee.

Hulaa galaanaa Itiyoophiyaa dhabsiisuun dogoggora seenaa kan hojjate gareen kun, har’as gaaffii kana danquuf ajandaa uumaa akka jiru himan.

‎Diinota Itiyoophiyaa waliin ta’uun humnoota mufatoo akkasaa of duukaa hiriirsee, Gaanfa Afriikaa nageenyaafi tasgabbii dhorkuuf hojjechaa akka jirus himan.

Seenaa irraa barachuu dadhabee, uummata Tigiraay gadadoo hamaaf saaxilee qe’ee isaaniirraa buqqisee, har’as namoonni buqqa’an qe’eesaanitti akka hin deebine siyaasa ittiin hojjataa akka jiru hubachiisaniiru.

Akaaluu Baqqalaatu gabaase.



LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...