Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

Date:

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti isaaniif taasifameef galateeffatan.
OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaanii dabarsaniin,
Magaalaa Hawaasaatti oomishtummaa hojii dhangaa guutuu qorachuun biqiltuu misooma Ashaaraa magariisaa dhaabuus ibsan.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...