Home Oduu Itoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

0
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti isaaniif taasifameef galateeffatan.
OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaanii dabarsaniin,
Magaalaa Hawaasaatti oomishtummaa hojii dhangaa guutuu qorachuun biqiltuu misooma Ashaaraa magariisaa dhaabuus ibsan.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version