Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

Jila wal argiifi Nyaachisaa

Jila wal argii Ilmaan Guyyoo Gobbaa ‎ jila nyaachisaa eegaluuf ardaa jilaa Gumii Gaayootti jilachaa jiru. ‎ OBN Cyber Media’ Hagayya 20, 2017 Ilmaan kormaa...

”Dargaggeessa qaamaafi qalbiin goobetu sirba goobee sirba.”

Akkuma Waqtii Birraan bari'uuf jedhu daraaraan hudhee fooliin isaa halaalaa nama waamu dargaggeessii qaamaafi qalbiin cime, gamaa gamanaa wal waamee sirba Goobee sirbaa jedhan...

Baasota Baasii hir’isan.

Kanaan dura Magaalaa keessatti baasiin geejjiba uummataa tajaajila kennaa ture xinnoodhuma utuu hin turiin foolii bishaanii ta'e jedhan, Jiraattonni Magaalaa Adaamaa. Ammas yaadda'uu hin...

Atileet Fariidaa Abbaa Roggee beektuu?

Atileetota Koolu-galtoota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti hirmaatan keessaa tokko Faaridaa Abbaa Roggeeti.Fariidaa Abbaa Roggee Jimmatti guddatte. Fiigichaan alatti Kaaraateefi Kubbaa Miilaan beekamti. Kaaraateedhaan...

Hidhi  Laga  Gibee 1ffaan dargaggoota Aanaa Sokorruu qurxummii kiyyeessaniif biddeen baase.

Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti Hidhi Laga Gibee Anniisaa elektiriikaa akka maddisiisuuf tolfame Bonaa Ganna Naannoosaa jiisee, dargaggooota qurxummii kiyyeessaniif bidden baase. Itiyoophiyaan  madda lageenii Afriikaa...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img