Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

Feestivalaafi kaarnivaala  cidhaa, misirroowwan kuma 1 iddoo tokkotti.

Feestivalliifi kaarnivaalli cidhaa misirroowwan kuma 1 Magaala Finfinneetti raawwatamuun dinqiidha jedhame.  Siniin buna ittiin dhugan kumni 12 qophaa’uunis simboo cidha misirroowwan kumaa ta’eera. Addunyaarratti wanti akkaan...

Maalummaafi faayidaa Aannan Gaalaa

Meeqa keessantu aannan jaalata laata? Aannan keessahoo aannan Gaalaa dhugdanii beektu, Oromoo Karrayyuu biratti  aannan Gaalaa  faayidaa hedduu qaba. Oromoon waan qabeenyi ittiin beekamu hedduu...

Kenna beekamtiifi galateeffannaa  miseensota   Waraana Bilisummaa Oromoo  walii galtee araaraan galanii.

Miseensota waraana bilisummaa oromoo walii galtee araaraan galaniif sirni beekamtiifi galateeffannaa qophaa’era.      Sagantaan kunis iddoo isaan leenjii haaromsaa itti fudhataa  turan giddu gala leenjii...

Ergaa, karooraafi seenaa Pirezidaanti .J. Tiraamp muraasa.

Pirezidaantiin 47ffaa Ameerikaa Doolaand .J.Tiraampi, har'a sirna kakuu raawwachuun si'a 2ffaaf Masaraa Mootummaa Ameerikaa 'Whitehouse' galan. OBN Cyber Media, Amajjii 12,2017-Doonaaldi Tiraampi waggoota 4'n dura...

Hidhattoota duraanii Oromiyaa keessa socho’aa turuun walii galtee araaraan galan.

#Sabboonummaafi#bilisummaa barbaacha maatiifi maasii dhiisnee bosona seennee, lachuusaa garuu erga walii galtee araaraan deebinee gallee asitti arginee jedhan, hidhattoonni duraanii #Oromiyaa keessa socha’aa turuun...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img