Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Pirezdaantiin Somaaliyaa Hasan Shek Mohammud daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan.

'OBN Cyber Media' Amajjii 03,2017- Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad, buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti Pirezdaantii Somaaliyaa Hasan Shek Mohammud simatan. Ministirri Muummee Dr Abiyyi...

“Hojii eegumsaafi kunuunsa qabeenya uumamaa baranaatiin sulula kuma 6 ol misoomsuuf ni hojjetama” BQO

‘OBN Cyber Media’ Amajji 03,2017- Oromiyaatti hojii kunuunsa qabeenya uumamaan bu'aa gaarii argame itti fufsiisuuf baranas hojiin sulula misoomsuu caalmaatti jabaatee itti fufa...

Ministirri Qonnaa Dr. Girmaa Amantee gitasaanii Zimbaabuwee waliin mari’atan.

'OBN Cyber Media' Amajjii 03,2017-Ministirri Qonnaa Dr. Girmaa Amantee Ministira Qonnaa Zimbaabuwee Dr. Ankishees Jongiwee Masuukaa waliin tumsa misooma qonnaa biyyoota lamaanii ilaalchisuun mari'ataniiru....

Magaalaa Mojootti Barataan kutaa 12ffaa tokko Xayyaara balali’uufi akka konkolaatatti tajaajilu kalaqaa jiraachuu ibse.

OBN Cyber Media Amajjii 01,2017-Barataa Milkeessaa Ifaa Godina Shawaa Bahaa aanaa lumee jiraata. Amma mana Baruumsaa Sad. 2ffaa Qarsaatti kutaa 12ffaa Barata. Xiqqeenyarraa qabee...

Ollaan bultee beeka; akka itti bule abbaatu beekaan mammaaksa quuqqaa garaa ofii ittiin ibsatanidha.

Maseenni dhaluu didde, warra elmatee garaa qabbaneeffachuuf akeeke obsa fixachiifti, gu'aa hin mirgifne mucha luuguus nama kajeelchifti, harkuu elmuuf quba nama hadoochitu sossobachuufis ijibbaachifti. Dhalli...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img