Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“Yeroon barumsaa galu utuu ofii waa afaanii hin qabiin dura Handaaqqoo koo bira dhaqeen buuphaa lakkaa’a.”-Obbo Teediroos Kaasahuun.

Ilmi namaa gaafa addunyaa kanaatti dhufu hunduu qixa. Gama diinagdeen garaagarummaan uumamaa kan deemu sochii namni sun taasisuuni. Kan taa’ee jijjiirama hawwuuf iddoo taa’anitti...

Karoorri Biizinasii(business proposal ) milkaa’ina hojiif humna akkamii qaba?

OBN Cyber Media Caamsaa 05,2017-Hayyoonni dhimma kana irratti dubbifne maal jedhu? Namni karoora hin qabneefi Fardi luugama hin qabne tokko jedha Oromoon yoo mammaaku. Namni ammuma...

Dambii Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Industirii Oromiyaa Lakkoofsa 215/2012

labsii Paarkiiwwan Industirii OromiyaaDownload

Kaarloo Ancheelootiin lammii biyya alaa garee biyyaalessa Biraazil leenjisan ta’uufi.

Ancheelootiin leenjisaa garee biyyaalessa Biraazil ta'uun waliigaltee waggaa tokko mallatteessan.Maanguddoon ganna 64 Kaarloo Ancheelootiin waliigalteen waggaa tokkoo Riyaal Maadriid waliin isaan hafus, gargar bahuuf...

Darbii El Kilaasikoon Baarseloonaan Riyaal Maadriid injifachuun shaampiyoonummaaf dhihaate.

Laaliigaa Ispeen torbee 35ffaan dirree ofiirratti Riyaal Maadriid waliin kan taphate Baarseloonaan duubaa ka'uun goolii 4 fi 3'n injifatee gaggeesse. Riyaal Maadriid gooliiwwaan Kiiliyaan Imbaappeen...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img