Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Qarqarri Hara Dambal misoomuun caalaatti daawwattoota hawataa jira.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 14, 2017-Itiyoophiyaan biyya sabaafi sablammootaa akkasuma biyya aadaafi duudhaa danuuti. Ayyaanonni ummataa dirreerratti kabajaman immoo miidhagina addaa dabalu. Ayyaanoonni aadaafi amantii...

Barreeffamoota wantoota guyyaa guyyaan itti fayyadamnu irratti barreeffaman meeqan keenyatu qalbeeffatee dubbisee beeka?

Barreeffamoota wantoota guyyaa guyyaan itti fayyadamnu irratti barreeffaman meeqan keenyatu qalbeeffatee dubbisee beeka? Nootiiwwan maallaqa Biyyaaleessaa irratti barreeffamni  ‘kan fideef akka kaffalamu, seerri ni dirqiisisa’...

Hayyoonni dhaloota biyya ijaaru qaruun jaalala biyyaa goonfachiisuu qabu jedhame.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 14,2017-Pirezidaantiin Itti Aanaa mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii hayyoonni dhaabbilee barnootaa keessa jiran dhaloota biyya ijaaru qaruun jaalala...

“Daldala seeraan alaa bittaafi gurgurtaa boba’aa irratti raawwatu to’achuuf labsii bahe hojiirra oolchuudha”- Aadde Ayishaa Yahyaa.

OBN Cyber Media Amajjii 14, 2017- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa taa’een labsii sirna daldala boba’aafi bu’aalee boba’aa raggaasuun isaa ni...

Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa taphoonni torbee 7’ffaa har’aafi boru taphatamu.

OBN Cyber Media Amajjii 13,2017-Taphoota jahan darban hundaa mo’achuun qabxii 18’n dursaa kan jiru Liivarpuul har’a kilaba Firaansi Liil waliin sa’aatii 5:00 eegaluun Anfiildi...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img