Dhugasa Nigatu

92 POSTS

Exclusive articles:

‘’Waan seenaa keessatti irra deebi’uun hin danda’mne hojjechaa jirra.’’ Abiyyi Ahmad (PhD)

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 08,2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD), Sirna baniinsaa Marii Biyyaalessaa irratti haasaa godhaniin biyyi keenya waan seenaa keessatti irra deebi’uun ulfaatu...

Yaa’iin Marii Biyyaalessaa taa’amuu eegale.

OBN Cyber Media’ Adoolessa 08,2018 Yaa’iin Marii Biyyaalessaa hawwiin eegamaa ture Bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti Finfinnee Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addisitti taa’amaa jira. Yaa’ichi...

Walitti bu’iinsi hir’ateera.”Abiyyi Ahmad (PhD)

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 30,2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa taa’aa jiruun miseensonni mana maree bakka bu'oota...

“Imaanaa Ummanni filannoon nutti kenne amanamummaafi ittigaafatamummaan ba’achuuf qophiidha.’’ Abiyyi Ahmad(PhD)

'OBN Cyber Media’ Waxabajjii 30,2018 Paartiin Badhaadhinaa teessoo harka 85 qofarratti dorgomuun paartileen morkattootaa harka 15 irratti qofaasaanii akka hirmaatan gochuun Afrikaarratti seenaa ta’ee hin...

“Garaagarummaa siyaasaa barootaaf hidda gad fageeffatee ture mariifi marabbaan furuuf mootumman xiyyeeffannaan hojjetaa jira.”-Miseensota MMBU

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 30,2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa taa’aa jira. Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataas...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img