Dhugasa Nigatu

92 POSTS

Exclusive articles:

Waa’ee Dilbii Dijitaalawaa (Digital Real Estate) maal beektu? 

‘OBN Cyber Media’ Amajji 19,2018 Yeroo baay’ee yommuu waaʼee qabeenyaa (wealth) dubbannu, kanneen sammuu keenyatti dhufan Gamoo, Konkolaataa, lafa fa’adha. Garuu addunyaan jijjiiramteetti. Amma yeroo kana, xiyyeeffannoo...

“Warra Cubbuu hin sodaannetu Itiyoophiyaatti ulaa cufe”- obbo Biruk Eeliyaas

🖊️Itiyoophiyaan gaaffii karaa nagaa ulaa galaanaa argachuuf gaafatte, yoo milkaa’uu dadhabde, himachuuf seerri ishee gargaaru jiraa? Ogeessi Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Addunyaa obbo Biruk Eeliyaas “Itiyoophiyaan ulaa...

Waancaan Addunyaa samiirratti taphatamuufi

Waancaa Addunyaa bara 2034 qopheessuuf carraa kan argatte biyyi giddugaleessa Bahaa Sa’uudii Arabiyaan, magaalota 5 keessatti Istaadiyeemota 15 ijaaruuf karoorfattee hojjechaa jirti. Biyyattiin Istaadiyeemiin ani...

Baatii Onkoloolossaa kanarraa eegalee qorraafi bubbeen hammaachuu akka malu raagame.

‘OBN Cyber Media’ Onkoloolessa 12,2018 Baatii Onkoloolossaa kanarraa eegalee qorraafi bubbeen hammaachuu waan maluuf hawaasni ofeeggannoo gochuu akka qabu raagame. Raagni Meetirooloojii akka akeekutti taateen...

Cuunfaa CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee jalqabaa kan bara 2018

Piriimiyeer Liigiin Itiyoophiyaa moggaasa maqaa CBE'n Magaala lama Finfinneefi Hawaasaatti yoo taphatamu OBN tamsaasa kallattiin bilisaan hordoftoota biraan ga'eera. Cuunfaa torbee 1ffaa ◆ Istaadiyeemiin Finfinnee waggaa...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img