admin

53 POSTS

Exclusive articles:

Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra

Waan yaadnee utuu galmaan hin gahiin Aduun baatee hin dhiitu waan ta'eef guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600fi miiliyoona 15.7 dhaabuu dandeenyeerra jedhan, Ministirri Muummee...

Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho’aa Naannoo Sidaamaatti taasifameef.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa ho'aa Naannoo Sidaamaatti isaaniif taasifameef galateeffatan. OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaanii dabarsaniin, Magaalaa...

Karoora nageenya biyyaalessaa Komishinaroonni Poolisii Federaalaa

Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannooleefi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenya biyyaalessaarratti mari’atan OBN Hagayya 15/2016- Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannoofi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenyaa biyyaalessaa kan bara 2017...

balaa konkolaataa

Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti balaa konkolaataa mudateen miidhaan qaqqabuun himame OBN Hagayya 14/2016- Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti balaa konkolaataa deddeebisa ummataa mudateen miidhaan qaamaa namoota...

Karooraa ol biqiltuu mil. 615.7 dhaabuun ulaagaa waardiyyummaa madaala naannoo haaraa kaa’uu dandeenyeerra

Pirezedaanti Shimallis Abdiisaa   Milkaa'ina guyyaa har'aa argame keessatti, ummanni naannoo keenyaa akkuma yeroo maraa shoora olaanaa taphateera. Ummanni keenya, sagantaa kanatti boroo ittibahee waarii irraa galuun...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img