back to top

admin

52 POSTS

Exclusive articles:

Injifannoo aarsaa qaaliin argate dafqa isaatiin itichaa jiraachuu qabatamaan mirkaneessaa jira

OBN Cyber Hagayya 17,2016- Dhaabbii biqilaa Ashaaraa Magariisaa Hagayya 17 guutuu Oromiyaatti gaggeeffamaa ooleen uummanni naannoo keenyaa eegeree dhalootaa har’a ijaaruu akka danda’u gochaan...

Finfinneetti barnoonni bara 2017 eegale

'OBN Cyber Media' Fulbaana 06, 2017- Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara barnootaa 2017 har’a eegaleera. Maddi:- Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee.

Haala mijataa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa

Haala mijataa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaatti fayyadamuun dureeyyiin Invasti gochuu akka qaban waamichi dhiyaate OBN Hagayya 14/2016-Haala mijataa Fooyya’insa imaammata Dinagdee Gooroo uumetti fayyadamuun...

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Magaalaa Hawaasaa gaara Taabor irratti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban. OBN Hagayya 14,2016-Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasaa...

Karoora nageenya biyyaalessaa Komishinaroonni Poolisii Federaalaa

Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannooleefi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenya biyyaalessaarratti mari’atan OBN Hagayya 15/2016- Komishinaroonni Poolisii Federaalaa, Naannoofi Bulchiinsa Magaalotaa karoora nageenyaa biyyaalessaa kan bara 2017...

Breaking

Oduu Bizinasii Wiixata Guyyaa sa’aa 7:00

https://www.facebook.com/OBNAfaanoromo/videos/469511789424986

Arsenaal Tootenhaamiin galchii 1fi 0’n injifate.

‘OBN Cyber Media’ Fulbaana 05, 2016 - Tapha Piriimeer...

Kantiibaa Adaanech Abeebee hojii misooma kooriidarii magaalaa Bishooftuu daawwatan.

‘OBN Cyber Media’Fulbaana 3/2017- Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee...

“Daangaan biyya keenyaa akka hin sarbamne akkuma kaleessaa …”

OBN Cyber Media Hagayya 30/2016 - Daangaan biyya keenyaa...
spot_imgspot_img