Haala mijataa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa

Date:

Haala mijataa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaatti fayyadamuun dureeyyiin Invasti gochuu akka qaban waamichi dhiyaate

OBN Hagayya 14/2016-Haala mijataa Fooyya’insa imaammata Dinagdee Gooroo uumetti fayyadamuun dureeyyiin Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaatti invast akka godhan,Ministirri Muummee Itti aanaa,Obbo Tamsageen Xurunee waamicha dhiheessan.

Ministirri Muummee Itti aanaa, Obbo Tamsageen Xurunee sochii hojii Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa daawwataniiru. TOI

Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:

Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmation=1

Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo

Feesbuukii OBN Afaan Oromoo+ https://www.facebook.com/profile.php?id=61560009941554

Feesbuukii OBN Horn of Africa : https://www.facebook.com/OBNHornofAfrica

Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic

Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish

Tiktok : https://www.tiktok.com/@obncyber

Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa

Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople

Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/

Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.

OBN Sagalee Uummataa

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...