Home OBN Fact Check Saamicha maallaqaarraa of eegaa!!

Saamicha maallaqaarraa of eegaa!!

0

Appilikeeshiniin eeyyama maammiltootaa malee maallaqa hir’isu miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jiraachuu, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise. Maamiltoonni Aappii “Pharma+/CBE Vacancy” WhatsAppfi Telegram bilbilasaaniirratti akka hin fe’annes Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa akeekkachiiseera. Namoonni Aappii kana bilbilasaaniirratti yoo fe’an eeyyama malee maallaqa dabarsuu danda’a jedhame. Maamiltoonnis rakkoon akkasii yoo isaan mudate bilbila bilisaa 95’tti bilbiluun beeksisuu akka qabanis Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa dhaameera.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version