Home Oduu Itoophiyaa Ministirri #Fayyaa#Dr. #Meqdes#Dhaabaa Pirezidaantii koree ‘#IRC’ waliin mari’atan

Ministirri #Fayyaa#Dr. #Meqdes#Dhaabaa Pirezidaantii koree ‘#IRC’ waliin mari’atan

0

Ministirri #Fayyaa#Dr. #Meqdes#Dhaabaa Pirezidaantii koree ‘#IRC‘ waliin mari’atan.

‘OBN Cyber Media’ Amajji 07,2017- Ministirri Fayyaa Dr.Meqdes Dhaabaa pirezedaanti Koree Internaashinaala Reeskiyuu (IRC) waliin mari’atan.

Koreen kun lammiilee sababoota garagaraan miidhaman deeggaruun, akka dandamataniifi jiruusaanii akka utubaniif deeggaruuf biyyoota garagaraatti deeggarsa taasisa.

Lammilee walitti bu’insafi balaan miidhaman fayyaa, nageenya, barnootafi diinagdeen isaanii iddoo duranitti akka deebi’uuf kan hojjatuudha.

Haaluma kanaan Ministirri fayyaa Dr. Meqdes Dhaabaa pirezedaanti koree Internaashinaala Reeskiyuu (IRC) waliin mari’achuusaanii Ministeera Fayyaarraa odeeffanne.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version