Jijjiirraa taphattootaa galgala goolabameen…

Date:

Maanchistar Siitiin jijjiirraa taphattoota waktii Amajjiitiin Yuuroo miiliyoona 200 ol baase.

OBN Cyber Media Amajjii 27,2017-Jijjiirraan taphattoota waqtii Amajjii kanaa kaleessa halkan yoo goolabamu, Maanchistar Siitiin taphataa sarara gidduu Poortoofi lammii Ispeen Niikoo Gonzaaleez mallatteessifate.

Kilabichi jijjiirraa taphataa kanaatiif Yuuruu Miiliyoona 60 baaseera. Omar Marmuush, Abdulkoodir Kusaanoov fi Vitor Reeyis dursee kan mallatteessifate Maanchistar Siitiin jijjiirraa Amajjii kanaan waliigalatti Yuuroo miiliyoona 200 ol baaseera.

Astoon Viilaan Maarkoo Aseensiyoo PSG irraa Akseel Disaasii immoo Cheelsii irraa ergisaan fudhate. BBC

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...