‘OBN Cyber Media’ Mudde 08,2017-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walgahii idilee 11ffaa taa’een Wixinee labsii Baankonni biyya alaa biyya keessa dhufanii akka hojjetaniif eeyyamu raggaase.Mana maricharraa odeeffanne