Home Oduu ”Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee kutannoon hojjetaa jiraachuun...

”Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee kutannoon hojjetaa jiraachuun ibsame

0

”Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee waliigalaa harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee hojjetaa jirti” Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad

Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee waliigalaa harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee hojjetaa jirti jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad walgahii Mana Maree Bakka Bu’oota ummataa ta’amaa jirurratti ergaa dabarsaniin.

Raawwiin guddina dinagdee ji’oota 8 darbanii sadarkaa gaariirra jiraachuunimmoo guddina waliigalaa akeekamee ol galmeessuun akka danda’amu mul’isas jedhan.

#OBN#dinagdee#economy#Ethiopia

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version