Har’a Mudde 17/2017 irraa eegalee akkaawuntiin Telegiraamaa hedduun liinkii (phishing link)fi liinkiiwwan dabalataa kan biroon odeeffannoowwan saamamaa waan jiraniif fayyadamaa Telegiraamaa (Kan beektanis haata’u kan hin beeknerraa) liinkiin yoo isiniif ergame banuu akka hin qabneefi battalumatti balleessuu akka qabdan Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa beeksiseera.
