Home Oduu “Dimookiraasii dagaagsuufi bulchiinsa gaariin mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechuu barbaachisa” -Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

“Dimookiraasii dagaagsuufi bulchiinsa gaariin mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechuu barbaachisa” -Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

0

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 02,2017- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa taa’uu eegale.

Af-aa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan dimookiraasii dagaagsuufi bulchiinsa gaarii mirkaneessuun dhimma xiyyeeffannoo ta’uu himuun, nageenyi dursa argachuu qaba jedhan.

Bu’uurri hawaasaa maatii ta’uu himuun, badhaadhina sadarkaa maatiitti mirkaneessuuf nagaan utubamu qaba jedhan Aadde Sa’aadaan.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa waamicha nagaa taasisaa tureen walii galteen nagaa taasifameef kan owwatan galateeffachuun, qaamolee hidhatanii bosonatti hafaniifis waamicha kabajaa dhiyeessaniiru. Habtaamuu Mokonniniin.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version