Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa, Beejiingi dhaqan

Date:

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa, Beejiingi dhaqan

OBN Cyber Media Hagayya 29/2016- Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa, Beejiingi dhaqaniiru.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad jilla isaanii waliin Chaayinaatti Yaa’ii Qindoomina Afriikaarratti kan hirmaatan ta’uu waajjira Ministira Muummerraa odeeffanne

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...