Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Labsii Bulchiinsaafi Itti fayyadama Qabeenya Bishaanii Naannoo Oromiyaa

Labsii Bulchiinsaafi Ittifayyadama Qabeenya Bishaanii Naannoo OromiyaaDownload

Naannoo Tigraayitti hidhattoonni duraanii leenjii haaromsaa fudhatan kuma 5 ol hawaasatti makaman

‘OBN Cyber Media’ Mudde 10, 2017 Naannoo Tigraayitti hidhattoonni duraanii kuma 5 fi 728 leenjii haaromsaa xumuruun hawaasatti makamuu, Komiishiniin Haaromsaa Biyyaalessaa ibse. Tigraayitti hanga...

Misoomni dhangaa guutuu milkaa’aa jira

‘OBN Cyber Media’ Mudde 09, 2017-Misoomni dhangaa guutuu Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad waggoota 3'n dura eegalchiisan ija godhataa jira-Waajjira Ministira Muummee Sagantaa Dhangaa Guutuu...

Dhalootni duudhaafi safuu ganamaan ijaarame hojimaata badaa qolachuun egeree biyyaaf wabii ta’a!

'OBN Cyber Media' Mudde 09,2017-Malaammaltummaan yakka aangoo da’eeffachuu, imaanaa uummataa dagachuu, safuufi duudhaa uummataas cabsuun badhaadhina hin malle argachuuf qaxxaamuraan raawwatamu; gufuu ijaarsa sirna...

Nageenya Gaanfa Afriikaa waaressuuf carraaqqii waloo gaafata jedhame

OBN Cyber Media, Mudde 09,2017-Rakkoo nagaafi tasgabbii Gaanfa Afriikaa furuuf carraaqqii waloo Abbootii Amantaa, jaarsolii biyyaafi qooda fudhattootaa akka gaafatu Barreessaa Olaanaan IGAD Dr....

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img