Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Labsii Pilaanii Magaalotaa Oromiyaa

Labsii Pilaanii Magaalotaa Naannoo OromiyaaDownload

Biiroon Qonnaa Oromiyaa pirojektii funca Sona qamadii haala qilleensaa dandamatu ifoomse.

‘OBN Cyber Media’ Mudde 08,2017-Pirojektiin kun waggoota shaniif Godinaalee Oromiyaa 8 ,Aanaalee 38 keessatti hojiirra oola jedhame. Pirojektiin kun Abbootii warraa kuma 200 fi...

Labsiin Baankonni biyya alaa biyya keessa dhufanii akka hojjetaniif eeyyamu ragga’e

'OBN Cyber Media' Mudde 08,2017-Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa walgahii idilee 11ffaa taa’een Wixinee labsii Baankonni biyya alaa biyya keessa dhufanii akka hojjetaniif eeyyamu...

Shaampiyoonaa Atileetiksii kilaboota Oromiyaa marsaa 13ffaa oolmaa guyyaa jalqabaan dorgommiileen sadi xumuraman

‘OBN Cyber Media’ Mudde 08,2017-Fiigicha gufachiisaa meetira 3000 dubartootaan kilabiin atileetiksii Korporeeshinii Konistiraakshiniifi Injinariingii Oromiyaa meedaaliyaa Warqii yoo badhaafamu, Shaggar meedaaliyaa Meetiifi Nahaasa argate. Utaalcha...

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’iisaa idilee  boru ni taa’a.

‘OBN Cyber Media’ Sadaasa 30,2017-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa 6ffaa yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 4ffaa boru ni taa’a. ‘

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img