Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Seenaafi seexaa Hayyuu dinagdee oogummaasaaniin biyyaa hanga addunyaatti tajaajilanii darban, Obbo Bulchaa Dammaqsaa

Bara Afaan Oromoo dubbachuun rakkisaa ture, Paarlaamaa Itiyoophiyaa keessatti nama jalqabaa Afaan Oromoon dubbataniidha. Bara Mootii Hayilasillaasee immoo  Itti aanaa ministeera Maallaqaa ta’uun waggooota...

“Baga guyyaa dhaloota Yesuus Kiristoos Nagaan Geessan” Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

Ilmi namaa akka bifaafi fakkeenya Waaqaatti uumame; ulfinaafi simbo qabeessas ture. Waaqayyo dhala namaa ofii isaatti aansee uumuu qofa osoo hin taane uumamoota biroo...

Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan

OBN Cyber Media Mudde 28,2017-Hayyuun dinahdee fi qabsaa'aa gameessi Oromoo  Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Du'aan boqochuu, Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Ministirri Muummee...

“Fayyadamummaa ummataa gama hundaan mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira”-Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

Guyyaa har’aa sagantaa eebba Tarminaala Buufata Xayyaaraa Waaqoo Guutuu maqaa qabsaa’aa Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuutiin moggaafame irratti argamuu kiyyatti gammadeera.-Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa 'OBN Cyber Media'...

Kirkira lafaa ilaalchisee dhaamsa darbe

‘OBN Cyber Media’ Mudde 27,2017-Kirkirri lafaa sochii humnoonni keessa lafaa taasisaniin kan uumamu yoo ta'u, Addunyaa kana irratti yeroo gara garaa mul’ateera. Biyya keenya...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img