Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Labsiin Sirna Bittaafi Gurgurtaa Bu’aalee Boba’aa ragga’e

'OBN Cyber Media' Amajjii 01,2017-Daldaltoonni boba’aa gatii gurgurtaa mootummaan baaseen olitti osoo gurguranii argaman labsiin hanga birrii kuma 500 adabsiisu Paarlamaa Itiyoophiyaan ragga’e. Daldaltoonni boba’aa gatii gurgurtaa mootummaan...

“Hojii rifoormii dhaabbilee teknikaafi ogummaa keessatti hojjetamaniin qabeenya haaraa uumuun danda’ameera”- Aadde Mufaariyaat Kaamiil

‘OBN Cyber Media’ Mudde 30,2017-Hojii rifoormii dhaabbilee teknikaafi ogummaa keessatti hojjetamaniin qabeenya haaraa uumuun danda'amuu, Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil beeksisan. Dhaabbileen leenjii...

Ji’oota jahan daraban filannoowwan dijitaalaan daddabarsi Birrii tiriiliyoona 5.3 raawwatamuun ibsame

OBN Cyber Media Mudde 30,2017-Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara bajataa kana ji'oota jahan daraban filannoowwaan dijitaalaa baankichaan daddabarsa maallaqaa Birrii tiriiliyoona 5.3 raawwachuu beekisise. Akka Baankichi...

“Gurmaa’insi caasaa gandaa hojiirra oole gaaffilee misoomaa barootaaf dhiyeessaa turre nuuf furaa jira”-Jiraattota Godina  Jimmaa Aanaa Maannaa

'OBN Cyber Media' Mudde 30,2017-Gurmaa’insa caasaa gandaa haaraan mootummaan hojiirra oolche gaaffilee misoomawwan bu’uuraafi  tajaajiltummaan walqabatan  nuuf deebi’aaa jiru jedhu,Jiraattonni Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda...

Oromiyaatti daldaltoota karaa seeraan alaa daldalaa turan irratti tarkaanfiin fudhatamuu, Biiroon Daldalaa naannichaa hime

‘OBN Cyber Media’ Mudde 30,2017-Hogganaa Itti aanaan Biirichaaa Obbo Tasfaayee Gashoo  akka himanitti arkaanfiin kunis kanneen eyyama kennameefiin alaa daldalaa biroo irratti hirmaatan, meeshaaleefi...

Breaking

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...
spot_imgspot_img