Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Gadaan Arbooraa jila Dhawa Balloo jilataa jira.

Gadaan Booranaa galma Dhawaa Maxxaarrii ijaaruun jila Dhawaa jilate. OBN Cyber Media’ Amajjii 06,2017-Gadaan Booranaa bara Gadoomaa isaanii xumuruuf jiloota jilataman keessaa jilli galma Dhawaa ...

Godinichatti jallisiidhaan qamadiin lafa heektaara miiliyoona walakkaatti siqu misoomaa jira.

OBN Cyber Media Amajjii 06,2017- Godina Jimmaatti waggoota afuriin dura qamadiin gabaatti malee ooyiruurratti hin beekamu ture yeroo ammaa kana garuu bonuma kanaan ooyiruun...

Deenmaark badhaadhina Itoophiyaaf deeggarsa hunda galeessa tumsitu cimsitee akka itti fuftu ibsame

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 05,2017-Deenmaark badhaadhina Itoophiyaaf deeggarsa hunda galeessa gumaachitu cimsitee kan itti fuftu ta'uu, Giiftiin Deenmaarik Beendikiit Astiriid beeksisan. Af-yaa’iin Mana Maree Bakka...

‘Guyyoota itti aanaan haalli qilleensaa jiidhaafi duumeessa qabu bal’inaan ni jiraata’-Instiitiyutii Meetirolojii Itiyoophiyaa

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 05, 2017-Guyyoota itti aanaan naannawwaa adda addaatti haalli qilleensaa jiidhaa fi duumeessa qabu bal'inaan kan jiraatu ta'uu Instiitiyutiin Meetirolojii Itiyoophiyaa...

Ministeerri Galiiwwanii ji’oota ja’an darban galii Birrii biiliyoona 451 ol walitti qabuu hime

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 05/2017-Ministeerri Galiiwwanii raawwii hojii ji’oota jahan darbanii Bishooftuutti qorateera. Ministirri Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nugusee ji’oota jahan darbanitti taaksii biyya keessaarraa Birriin...

Breaking

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...
spot_imgspot_img