Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

‘’Kenna tajaajilaa dijitaalessuuf  hojjetamaa jira’’- Obbo Awwaluu Abdii

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 07, 2017-Pirezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Awwaluu Abdii haala kenna tajaajilaa dijitaalessuun danda’amurratti dhimmamtoota Dhaabbata tekinooloojii biyya Yuunaayitid Arab...

Itoophiyaan oomishaalee gara Azerbaajaanitti ergitu daneessuuf ciminaan ni hojjetti

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 07,2017-Ministirri Daldalaa fi Walitti-hidhamiinsa Naannawaa Dr  Kaasaahun Goofee  jila Azarbaajaan Ministir Deetaa Dhimma Alaa Yaalchiin Rafiyeevin durfamu har’a waajjira isaaniitti...

“Rakkoo raabsaafi gurgurtaa Boba’aa irratti mudachaa jiru furuuf mootummaan tarkaanfii fudhachaa jira”- Biiroo Daldalaa Oromiyaa

OBN Cyber Media Amajjii 06,2017-Rakkoo raabsaafi gurgurtaa Boba’aa irratti mul’atu furuuf mootummaan xiyyeeffannoo addaa kennee hojjechaa jiraachuu hooggantuun Biiroo Daldalaa Oromiyaa Aadde Masarat Asaffaa...

Raawwiin hojii pirojektii babal’isuu buufata doonii gogaa Mojoo marsaan jalqabaa harka 80 gaheera

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 06,2017-Raawwiin hojii pirojektii babal'isuu buufata Doonii gogaa Mojoo marsaan jalqabaa harka 80 gahuu, Hoji geggeessaan pirojektichaa injinar Dasaaleny Geetahuun beeksisan....

Jimmatti Baadiyyaa wiirtuu diinagdeefi hawaasummaa gochuuf hojjetamaa jira

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 06,2017:Godina Jimmaa Aanaa Qarsaa ganda Baadiyyaa Ankasootti Waajjirri gandaa saxaxa Mootummaan baaseen ijaarramuun tajaajila kennuu eegaleera. Abbaa Boor Abbaa...

Breaking

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...
spot_imgspot_img