Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

“Gabaa kaappitaalaa cimaa qabaachuun diinagdee dorgomaa ijaaruuf gargaara”- Ogeessa Faayinaansii Gammachuu Birhaanuu

  ‘OBN Cyber Media’ Amajjii 05/2017- Gabaa kaappitaalaa cimaa qabaachuun diinagdee dorgomaa ijaaruuf kan gargaaru ta’uu, Ogeessi Faayinaansii, Obbo Gammachuu Birhaanuu himan. Gabaa qabeenya sanada Itiyoophiyaa...

‘Ollaafi dugdaan lafaa ka’uun’jechama Oromooti, qajeeltoon hariiroo Dippilomaasii Itiyoophiyaas kanuma bu’uureffata.

OBN Cyber Media Amajjii 05,2017-Pirezidaantiin Rippaabiliika Federaalawaa Somaaliyaa Hasan Sheek daawwannaa hojiif Itiyoophiyaa turanis “ollaa ta’anii goondaa hin ta’an’’ isa jedhu mirkaneessuuf michummaafi hariiroo...

Shaggaritti Shaampiyoonaan dorgommii Ispoortii Aadaafi Feestivaala Aadaa marsaa 2ffaan eegale.

OBN Cyber Media,Amajjii 04,2017-Kutaa Magaalaa Sabbataatti Dorgommiin Ispoortii Aadaafi Festivaalli Aadaa kun gosa ispoortii Aadaa 11'n namoota 600 hirmaachisuun gaggeeffama jedhame. Kaayyoon Shaampiyoonaa kanaaas Dorgommii...

”Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa”- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

OBN Cyber Media Amajjii 04,2017-Hojii misooma sululaa bona kana hojjetamuun, qabeenya bosonaa jiru eeguu, kunuunsuufi misoomsuun diinagdee magariisaa balaa kamiyyuu dandamachuu danda’u uumuun hojiiwwan...

Jilli Pirezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Kiigaaliitti hojiilee misoomaa garaa garaa daawwate

Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu biyya Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirrafi daawwannaa hojiilee misooma magaalaa garaagaraa irratti argameera. Waltajjiiwwan...

Breaking

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...
spot_imgspot_img