Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Murtoowwan yaa’ii gamtichaarratti murteeffaman dantaa biyyaalessaa kan mirkaneessan akka ta’u, qophiin raawwatameera.

Murtoowwan Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa irratti murteeffaman dantaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan kabajan akka ta'u qophiin barbaachisaan raawwatamuu, Gamtichatti ergamaan dhaabbbataa Itiyoophiyaa Aambaasaaddar Nabiyaat Tadlaa...

Ergaa Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Uummata Tigiraayiif dabarsan.

'OBN Cyber Media' Amajjii 26,2017-Yeroo gara garaa akkuman ibsaa ture laftiifi ummanni Tigraayi ka’umsa qaroominaa Itiyoophiyaati. Lafti Tigraayis bulchiinsa mootummaa, sirna bulchiinsaafi madda duudhaa...

“Oromiyaatti tatamsa’ina dhukkuba Busaa  hiri’isuun danda’ameera”-BFO

'OBN Cyber Media' Amajjii 26,2017-Naannoo Oromiyaatti tattaaffi babal'ina dhibee busaa to'achuuf hojjetameen tatamsa'ina dhukkubichaafi miidhaa sababa dhukkubichaan qaqqabu hir'isuun danda'amuu, Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise. Hogganaa...

Paartiin Badhaadhinaa miseensota mana mareef filaman ifoomse

OBN Cyber Media Amajjii 26,2017-Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaa irratti miseensota Mana Maree ta'uun filataman. Haaluma kanaan:- 1.Dr Abiyyi Ahimad 2.Obbo Adam Faaraah 3.Obbo Tamasgeen Xurunee 4.Obbo Shimallis Abdiisaa 5.Obbo Fiqaaduu...

Ijaarsaafi faayidaa biyyaa mirkaneessuu keessatti gumaachi hayyootaa cimuu qaba jedhame.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 23,2017-Yuunvarsiitii Salaaleetti mariin mata duree ’’Faayidaa Biyyaalessaafi walitti hidhamiinsa naannawaa madaalawaa uummattootaaf’’ jedhuun taa’ame. Hayyoonni waltajjicharrati, Itiyoophiyaan biyya bilisummaa Afriikaaf...

Breaking

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa...
spot_imgspot_img