Dhugasa Nigatu

26 POSTS

Exclusive articles:

“Riifoormiin diinagdee Itiyoophiyaa, abdii egeree guddina diinagdee Afrikaati.”- Abiyyi Ahmad (PhD).

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 26,2018 Riifoormiin diinagdee gooroo hojiirra oole, gama hundaan jijjiirama qabatamaa fideera jedhan, Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD). Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD),...

Itiyoophiyaafi Galaanni diimaa yoomiyyuu adda ba’anii jiraachuu hin danda’ani”-Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD).

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 26,2018 Itiyoophiyaa fi Galaanni diimaa yoomiyyuu adda ba’anii jiraachuu hin danda’ani; Galaanni diimaa dhimma jiraachuuti jedhan, Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD). Walga’iin...

Haaromsi Aadaa, Utubaa Guddina Hawaasaafi Biyyaati.

‎OBN Cyber Media’ Amajjii 21,2018 ‎Aadaan haala ooltee bultee nama dhuunfaa, maatii tokkoo ykn hawaasa tokkooti. ‎ ‎Akkatti dubbatanifi nyaatan irraa eegalee akkaataan hojii, barnootaafi hirmaannaa siyaasaa...

“Birrii dhibba 1 liqeeffadhee daldala eegaluun, abbaa miliyoona 30 ta’e.” Obbo Girmaa Buttaa

OBN Cyber Media Amajji 20,2018 Birrii 100 liqeeffatanii daldala eegaluun sooromuun akkamiin dhugoome? Obbo Girmaa Buttaa Godina Shawaa Kaabaatti jiraataa Magaalaa Garba Gurraachaati. Obbo Girmaan bara dargaggummaa...

Waa’ee Dilbii Dijitaalawaa (Digital Real Estate) maal beektu? 

‘OBN Cyber Media’ Amajji 19,2018 Yeroo baay’ee yommuu waaʼee qabeenyaa (wealth) dubbannu, kanneen sammuu keenyatti dhufan Gamoo, Konkolaataa, lafa fa’adha. Garuu addunyaan jijjiiramteetti. Amma yeroo kana, xiyyeeffannoo...

Breaking

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...

“Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha”-PMNO obbo Shimallis Abdiisaa.

Oromoon falaasama sirna Gadaa ijaareen jaarmiyaalee seeraafi sirnaan guutamanii...

“Godinni Gujii lafa keessi warqee, gubbaan warqeefi namni warqeeti.” PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa.

Guyyaa har'aa Godina Gujii Magaalaa Shaakkisootti argamuun ijaarsa Buufata...
spot_imgspot_img