”Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee waliigalaa harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee hojjetaa jirti” Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad
Itiyoophiyaan barana guddina dinagdee waliigalaa harka 8.4 galmeessuuf karoorfattee hojjetaa jirti jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad walgahii Mana Maree Bakka Bu’oota ummataa ta’amaa jirurratti ergaa dabarsaniin.
Raawwiin guddina dinagdee ji’oota 8 darbanii sadarkaa gaariirra jiraachuunimmoo guddina waliigalaa akeekamee ol galmeessuun akka danda’amu mul’isas jedhan.
#OBN#dinagdee#economy#Ethiopia





