Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jiraachuun himame

Date:

OBN Cyber Media Guraandhala 05,2017-Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jira- Dura taa’aa Gamtaa Afrikaa Muusaa  Faakii Mahaammat

Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa  Faakii Mahaammat walgahiin idilee mana maree hojii raawwachiisaa gamtaa Afriikaa 46ffaa Finfinneetti taa’amaa jirurratti ergaa dabarsaniin rifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa akkaataa  fiduun raawwatamaa jira jedhan.

Bara gamtaa Afriikaa dura taa’aa ta’uun tajaajilanitti dinagdeen keessummaa ammoo damee qonnaafi dameewwan hawaasummaan hojiiwwan tokkummaa Afriikaa cimsan hojjetaniiru.

Hojiisaanii riifoormii dhaabbatummaa Afriikaa dabalatee hojiiwwan riifoormii barasaanii hojjetaman jijjiirama qabatamaa galmeessuusaanii  ibsaniiru.

Riifoormiin dhaabbatumma gamtaa Afriikaa jijjiirama bu’uraa karaa fiduun raawwatamaa akka jiru mirkaneessaniiru.

Gama biraatiin nageenyiifi tasgabbiin Afriikaa ammallee dhimma xiyyeeffannoo barbaadu akka ta’e kaasaniiru.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...