Torbee 10ffaa Bulchiinsi Magaalaa #Gimbii injifachuun dursummaa qabate.

Date:

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 07,2017-Tapha cimaa dursitoota liigichaa walitti fideen magaalaan #Gimbii goolii 2fi 1’n Yuunivarsitii #DambiDoolloo injifachuun dursummaa liigichaa qabate.

Har’uma magaalaan #Gullisoo goolii 3fi 1’n kutaa magaalaa #ManaAbbichuu yoo injifatu, taphni Kutaa Magaalaa Galaaniifi magaalaa #Giincii goolii 1 qixa xumurame. Federeeshinii kubbaa miilaa Oromiyaarraa odeeffanne.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Dubartootaafi Dippilomaasii

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Humna bishaanii mala dubartii siif...

“Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire”- Obbo Tamasgeen Xurunee.

‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 03,2018 Paartiin Badhaadinaa mata duree “...

Haaromsi Aadaa injifannoo Oromoo ceesisudha!

‘OBN Cyber Media’Guraandhala 01,2018 Oromoon sadarkaa gaanfa Afrikaatti saba guddaa...

“Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya diinagdeen gahoomsa”-Obbo Namarraa Bulii.

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 29,2018 Imalli badhaadhinaa hawaasa keenya aara...