Home Oduu Itoophiyaa Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.

0
Misoomni qamadii raawwatamaa jiru wabii midhaan nyaataan of danda’uuf imala eegalame kan milkeessudha jedhan, Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oaromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
OBN Cyber 12,2016- Jilli Pirezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti qamadii kilaasteraan misoome daawwateera.
Aanaa Cinaaksanitti makaanaayizeeshiniin qotuun aadeffamuun muuxanoo gaarii ta’uu Pirezidaanti Shimallis dubbataniiru.
Aanichatti barana qamadiin lafa heektaara kuma 28 irratti misoomaa jiraachuu ragaan Waajjira Qonnaa Godina Harargee Bahaa irraa arganne ni mulisa. Muktaar Hajjiitu gabaase.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version