Home Oduu Itoophiyaa Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

0

Gubaarraa biyyoota yaa’a gara gadiif gammachuun dhagahameera- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

OBN Cyber 19,2016- Yaa’insi bishaanii utuu hin gufatiin itti fufuusaatti dabalataan balballi bishaan ittiin gadhiifamu banamuun sekeendiitti bishaan meetirkuubiin kuma 2,800 yaa’uu eegaleera.

Hidhi haaromsaa Itiyoophiyaa yaa’insa bishaanii to’achuun biyyoota yaa’a gara gadiirraa balaa lolaan miidhamuu ittisuun Bonaa Ganna yaa’insi bishaanii wal-qixa ta’a akka warra gara gadii gahuuf gumaacheera.

Kunis itti fayyadama qabeenyaa qaxanichaa qixa ta’e mirkaneessuuf guddaa gargaara jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi ergaa karaa toora miidiyaa hawaasaa isaanii dabarsaniin.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version