Home Oduu Itoophiyaa Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban

Dooktar Abiy Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaaban

0
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Sidaamaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Dooktar Abiy simannaa Mootummaan Naannoo Sidaamaa taasiiseef galateeffataniiru.
Oomistummaa hojiilee maaddii guutuu Magaalaa Hawaasaatti gamaaggamuu himaniiru.
Duula dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo sadarkaa biyyaatti gaggeeffamu dursinee ashaaraa keenya keenyerra jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version