Home Oduu Caffeen Oromiyaa muudama Abbootii seeraa Aanaalee dhiyaate raggaase.

Caffeen Oromiyaa muudama Abbootii seeraa Aanaalee dhiyaate raggaase.

0

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 13,2018

Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa obbo Gaazaalii Abbaasimal muudama Abbootii seeraa sadarkaa garaagaraa 94 miseensota Caffeef dhiyeessaniiru. Muudamtoota keessaa 30 dubartoota.

Caffeenis muudama Abbootii seeraa dhiyaaterratti yaada kennuun sagalee guutuun raggaaseera.

Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa taa’aa ture xumureera.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version