balaa konkolaataa

Date:

Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti balaa konkolaataa mudateen miidhaan qaqqabuun himame
OBN Hagayya 14/2016- Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti balaa konkolaataa deddeebisa ummataa mudateen miidhaan qaamaa namoota 12 irratti qaqqabuun himameera.
Konkolaataan ummataa kun namoota 65 fe’ee Finfinneerraa gara Jimmaatti imalaa ture.
Balaa mudateen namoota 6 irratti miidhaan qaamaa cimaafi namoota 6 irrattimmoo miidhaan qaamaa salphaan qaqqabuusaa Waajjirri Poolisii Aanaa Sokorruu ibseera.
Ka’umsi balaa kanaa qoratamaa jiraachuunis himameera. Abdii Rabbumaatu gabaase.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...