Tadele

77 POSTS

Exclusive articles:

Giddu galli qorannoo, Muuzii harka 60fi midhaan harka 40 walitti makuun Daabboofi biddeen irraa akka qophaa’u mirkaneesse.

Wiirtuun Qorannoo Qonna Malkaa Sa’aa Muuzii sanyii filatamaa bilchaatee nyaatamu qorannoon argachuu ibse. Muuziin sanyii filatamaa haaraa qorannoon argame kunis bilcheeffamuun buddeen, Daabboofi ...

‘Hidhi haaromsaa humna murteessummaa Itiyoophiyaan addunyaarratti qabdu cimsaa jira.’ Dr.Injinar Habtaamuu Ittafaa.

Hidhi haaromsaa, walii galteewwan idil-addunyaarratti Itiyoophiyaan dhageettii akka gonfattuuf gumaache jedhan, Ministirri Bishaaniifi inarjii Dr.Injiinar Habtaamuu Ittafaa. Misoomni humna anniisaa haareffamu kun madda ifaa...

Hidha Haaromsaa; misoomaan olloota walitti hidhee Itiyoophiyaa gurra guddise.

Hidhi Haaromsaa Itiyoophiyaa hariiroo biyyoota ollaa cimsuun Itiyoophiyaan addunyaarratti dhageettii akka qabaattuuf gumaacheera jedhan, Ministirri Bishaaniifi Inarjii Dr.Injiinar Habtaamuu Ittafaa. Hariiroon dippilomaasii Itiyoophiyaa ollaaf...

Kabaja guyyaa dubartootaa Addunyaa.

Ka’umsa; ga’umsaafi maalummaa kabaja guyyaa dubartootaa Dhaabbaanni Biyyoota Gamtoomanii ALA’tti Bitootessi 8 guyyaa dubartootaa Idil-addunyaa ta’ee akka kabajamuuf kan murteesse yoo ta’u, guyyaa...

Kaffaltii tajaajila eleektiriikaa akkamiin raawwattu?

Kaffaltiin humna ibsaa ji’aa keessan akkamitti akka tilmaamamuufi dhimmoota maal maaliif akka kaffaltan beektuu laata? Maamilli mana jireenyaa tokko gatii humna ibsaa ji’aa wayita...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img