Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Pirezidaanti  Shimallis Abdiisaa Tarminaala Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbisan.

Pirezidaanti  Shimallis Abdiisaa Tarminaal Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbisan. ‘OBN Cyber Media’ Mudde 27, 2017-Sirna eebbaa kanarratti Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa,Obbo Shimallis Abdiisaa,...

Qonnaan Bultoonni Afran Qalloo waldaan gurmaa’uun Buufata raabsaa boba’aa Magaalaa Dirree Dhawaatti ijaaruun eebbisan.

‘OBN Cyber Media’ Muddee 27, 2017-Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Afran Qalloo Buufata raabsaa boba’aa Birrii miiliyoona 48’n ijaare eebbise . Buufanni boba’aa kunis...

Onesmoos Nasib/ Abbaa Gammachiis  eenyu?

Seenaa Gootota Oromoo! Seenaan qabsoo Ummata Oromoo umrii dheeraa kan qabuufi bu’aa ba’ii hedduu kan gaafatedha. Adeemsa qabsoo kana keessatti lubbuun namoota hedduu galaafatameera. Gootota Oromoo qabsoo...

Ijoolleen gurguddoon halkan maaliif ofirratti fincaa’u?

OBN Cyber Media Mudde 26,2017-Ijoolleen erga sadarkaa daa’imummaa bira darbaniin booda gurguddatanii  hirriba keessa wayita ofirratti fincaa’an ni mul’atu. Sababni maali jennee wayita kutaalee...

“OBN Chaanalii 5ffaa ‘OBN Cyber Media’ jalqabuun guddina miidiyaa Oromoo agarsiisa”-Obbo Hayiluu Addunyaa

‘OBN Cyber Media’ Mudde 26, 2017-OBN teknooloojii ammayyaa hidhatee Chaanalii 5ffaa ‘OBN Cyber Media’ jalqabuun guddina miidiyaa Oromoo agariisaa jedhan, Hoogganaan Biiroo Kominikeeshiinii Oromiyaa,...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img