Lema

186 POSTS

Exclusive articles:

Bishooftuutti namoonni daa’ima ugguruun Birri tokkoo fi walakkaa fudhatan  adabaman.

Nama ugguranii  maallaqa gaafachuun  yeroo dhiyoo as bakka garaa garaatti mul’atu dubbii ijoo ta’aa dhufeera. ‘OBN Cyber Media’ Amajjii 28,2017-Magaalaa Bishooftuuttimmoo namoonni daa'ima ugguruun Birrii...

”Raawwiin hojii keenyaa ariitii, baay’inaafi qulqullinaan hojjechuun madaalama” -Dr. Abdullaaziz Daawud.

OBN Cyber Media Amajjii 28,2017-Raawwii hojii yeroo yeroon ilaalaa deemuun hojii hojjetamu saffisiisuun waadaa uummataaf galame aadessuu bira darbee karoora imala badhaadhinaa milkeessuu keessatti...

Hoggansiifi miseensi paartii ofii adda duree ta’ee kaanis cimsuu qaba.

Paartii gurmaa'insa cimaa, keessoo isaatti qulqullaa’eefi humna namaa cimaan ijaarame gochuuf hojii hojjetameen, bu'aa olaanaan argamuu, Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Ittigaafatamaan Siyaasaa Obbo...

Jijjiirraa taphattootaa galgala goolabameen…

Maanchistar Siitiin jijjiirraa taphattoota waktii Amajjiitiin Yuuroo miiliyoona 200 ol baase. OBN Cyber Media Amajjii 27,2017-Jijjiirraan taphattoota waqtii Amajjii kanaa kaleessa halkan yoo goolabamu, Maanchistar...

Qorannoon raawwii hojii Paartiifi mootummaa ji’a jahaa qoratamuu eegale

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 27/2017-‘Hojii misoomaa baay'inaa, qulqullinaafi ariitiin karaa hiyyummaa cabsuu danda'uun hojjechuun barbaachisaadha’ - Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Hojii misoomaa...

Breaking

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...
spot_imgspot_img