Pirezdaantiin Somaaliyaa Hasan Shek Mohammud daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan.

Date:

‘OBN Cyber Media’ Amajjii 03,2017- Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad, buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti Pirezdaantii Somaaliyaa Hasan Shek Mohammud simatan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanii dabarsaniin  Pirezdaantii Rippabiliika Federaalaa Somaaliyaa, Hasan Sheek Mohaammud dawwannaa hojiitiif baga nagaan gara Itoophiyaa dhuftanin jedha.

Hasan Shek Mohammud daawwannaa hojiif Itiyoophiyaa kan dhufan yoo ta’u buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti maarshi baandii raayyaa ittisa biyyaafi shubbisa aadaan simatamaniiru. Lalii Girmaatu gabaase

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...