“OBN Chaanalii 5ffaa ‘OBN Cyber Media’ jalqabuun guddina miidiyaa Oromoo agarsiisa”-Obbo Hayiluu Addunyaa

Date:

‘OBN Cyber Media’ Mudde 26, 2017-OBN teknooloojii ammayyaa hidhatee Chaanalii 5ffaa ‘OBN Cyber Media’ jalqabuun guddina miidiyaa Oromoo agariisaa jedhan, Hoogganaan Biiroo Kominikeeshiinii Oromiyaa, Obbo Hayiluu Addunyaa.

Tokkummaafi hariiroo hawaasaa cimsuu keessatti gaheen miidiyaa olaanaa tahuu eeruun.

OBN Sagalee uummata Oromoo qofa osoo hin taane sagalee sabaafi sablammootaati. Ijaarsaafi tokkummmaa Oromoo qofa osoo hin taane ijaarsa Itiyoophiyaa keessatti gahee  olaanaa bahachaa jiraa jedhan.

Miidiyaa idileen cinattis OBN teknooloojii ammayyaa hidhatee chaanalii  ‘OBN Cyber Media’ jalqabuunis guddina miidiyaa Oromoo agariisaa jedhan, Obbo Hayiluun.Habtaamuu Makonnintu gabaase.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...