Godina Shawaa Bahaatti midhaan dibataa lafa heektaara kuma 30 olirratti misoomaa jira.

Date:

OBN Cyber 14,2016- Godina Shawaa bahaatti midhaan dibataa gosa gara garaa lafa heektaara kuma 39 olirratti misoomaa jiraachuu Bulchaan Godinichaa Obbo Abbaabuu Waaqoo himan.

Oromiyaatti barana qonna Gannaan lafa heektaara miiliyoona 9fi walakkaa ol misoome keessaa midhaan dibataa lafa heektaara Kuma 900fi kuma 84 olirratti misoomuu ragaan Biiroo Oromiyaarraa arganne ni mul’isa. Addisuu Abbabeen.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Share post:

Subscribe

spot_imgspot_img

Popular

More like this
Related

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

'OBN Cyber Media' Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo...

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...