Home Qonna Godina Shawaa Bahaatti midhaan dibataa lafa heektaara kuma 30 olirratti misoomaa jira.

Godina Shawaa Bahaatti midhaan dibataa lafa heektaara kuma 30 olirratti misoomaa jira.

0

OBN Cyber 14,2016- Godina Shawaa bahaatti midhaan dibataa gosa gara garaa lafa heektaara kuma 39 olirratti misoomaa jiraachuu Bulchaan Godinichaa Obbo Abbaabuu Waaqoo himan.

Oromiyaatti barana qonna Gannaan lafa heektaara miiliyoona 9fi walakkaa ol misoome keessaa midhaan dibataa lafa heektaara Kuma 900fi kuma 84 olirratti misoomuu ragaan Biiroo Oromiyaarraa arganne ni mul’isa. Addisuu Abbabeen.

NO COMMENTS

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

Exit mobile version