Monthly Archives: June, 2026

Browse our exclusive articles!

Misooma Ashaaraa Magariisaa; Dinagdee Magariisaa ijaaruuf bu’uura kaa’e!

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Riqicha Kaleessaafi Boru gidduutti diriirfame, meeshaa Dinagdee Magariisaa Ijaaramuuf bu’uura kaa’eedha. Galmi gama misooma dinagdee ijaaruun qabame hojii...

“Waldhabdee Siyaasaa furuuf Mariin Biyaalessaa Murteessaadha.”Barsiisaa Darajjee Xilaahun.

'OBN Cyber Media' Waxabajjii 18,2018 Fedhii aangoofi seenessi dogongoraa kanaan dura ture waldhabdee siyaasaa Itiyoophiyaa keessatti uumamaa jiruuf sababa kan jedhan Yuunivarsiitii Dambi Doollootti Barsiisaan...

Ethiopia Delivers: Turning Dreams into Dams, Deserts into Wheat, and Vision into Reality.

OBN Cyber Media: 25 June, 2026 In an era when many developing nations struggle to convert ambitions into tangible outcomes, Ethiopia is increasingly presenting itself...

“Ajandaawwan biyyaalessaa, adeemsa hunda hammataafi hirmaachisaa ta’een adda ba’eera.”- Pirofeesar Masfin Aar’aayaa

‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 ​ Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ajandaawwan yaa’ii marii biyyaalessaa Adoolessa 8,2018 irraa eegalee taa’amuuf  dhiyaatan ifoomseera. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa...

“TPLF murna faayidaa hawaasaa cinaatti dhiisee, fedhii aangoo isaaf sochu’uudha” Barsiisaa Isheetuu Andaashaa

OBN Cyber Media’ Waxabajjii 17,2018 Murni  TPLF biyya saamaa ture har'as gurmaa'ee nageenya biyyaa booresuuf walii galtee piriitooriyaa diiguun ameenyummaa isaa kan mul'isuudha jedhan Barsiisaan Saayinsii Siyaasaafi...

Popular

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota...

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga'ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu...

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia's Minister of Foreign...

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged...

Subscribe

spot_imgspot_img