OduuAfrikaa Yugaandaatti Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaaf Doolaarri kuma 31 ol argame. By Obnweb Admin - November 13, 2024 0 Share FacebookXPinterestWhatsAppLinkedinPrintTelegram OBN Cyber Media’ Sadaasa 04,2017-Lammiileen Itiyoophiyaa Yugaandaa jiraatan tumsa Hidha Haaromsaaf Doolaara Ameerikaa kuma 31fi 425’n boondii bitan.Ministeera Dhimma Alaa wabeeffanne.